Deeggartoonni Riyaal Maadirid maqaa Viinishiyeesh Juuner yeroo faarsaa turanitti, taphatichi garuu umuriisaa guutuu kilebicha keessa akka turuu barbaadu hime. Tapha Shaampiyoonsi Liigii eda ...
Karra eegaan Islooveeniyaa Jaan Oblaak sa'aa dabalataa irratti rukuttaa peenaaliitii Poorchugaal argatte Roonaaldoo jalaa yoo oolchu gaddi guddaan Roonaaldoo liqimse. Akka bara ijoollummaa isaa ...