Jaak Pool wal dorgommii buunyaa ulfaatina olaanaa Ameerikaa Miyaamitti gaggeffamerratti morkatasaa Antoonii Joshuwaa jedhamuun maddiin isaa bakka lamatti cabe. Erga cabee booda ilkaan kaan irraa harca ...
The Butler County coroner has identified the man who was pulled from an icy lake at VOA Metro Park in West Chester Wednesday after a large search.According to the coroner, the man was Sun Yue, 36, of ...
Mootummaan Ameerikaa waggaa sadii dura seera lammiileen Itoophiyaa yeroof biyyattii keessa hojjataa akka jiraatan eeyyame akka dhaabbatu murteesseera. Bulchiinsi Pirezidant Joo Baayiden sababa waraana ...
Mootummaan Ertiraa namoota miseensa amantaa Kiristaanaa beekamtiin kennameefiin ala ta'an waggootaaf murtii malee hidhaa tursiise 98 gadhiisuu isaa maddeen BBCtt' himan. Mootummaan namoota sababa ...
Ameerikaa, Yunivarsiitii Birawon keessatti dhukaasa hidhataan tokko baneen barattoonni lama ajjeefamanii, namootni biroon sagal madaa'an. Bulchiinsa odola Rood keessatti dhukaasni kan baname Sambata ...
Naannoo Kibba Itoophiyaatti kan argamu aanaan Daassanach sababa vaayirasii maarbargiin uggura kaa'ee ture kaasee sa'atii muraasa keessatti irra deebiin geejibni akka dhaabbatu, manni barumsaa akka ...
Ertiraan miseensummaa Dhaabbata Wal-ta'iinsa Misooma Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) keessaa of baasuu Ministeerri Odeeffannoo biyyattii beeksise. Ministeerichi ibsa Mudde 12, 2025 baaseen Murtee ...
''Ani Muslimaa fi dubartii gurraattiidha,'' jette Ilhaan Omar bara 2019. Kun ilaalcha addunyaa keessa akka galtu ishee taasiseera. Dubartii jalqabaa hijaaba uffachuun Minesootaa bakka buute ...
Humni waraanaa Ameerikaa taankarii boba'aa qarqara galaanaa Veenizuweelaatti argamu to'achuu Pireezidaant Tiraamp dubbatan. Kunis duula Ameerikaan mootummaa biyyattii Nikoolaas Maaduroo irratti ...
Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa tiktookaroota akkaataa uffataa ''aadaafi safuu biyya keenyaa cabse'' uffatan jechuun shakke to'achuu beeksise. Namoonni kunneen uffata aadaa hawaasaa hin madaalle kan ...
Itoophiyaan sochii Masriin Gaanfa Afrikaatti 'biyyoota laafoofi dadhaboo uumuuf' gochaa jirti jette akka dhaabduuf gaafatte. Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibsa baaseen, Masriin biyyoota Gaanfa ...
Bajanni mootummaa federaalaarraa naannoo Tigraayiif ergamu ji'oota lamaaf hin gadhiifamne jechuun Hoggantuun Komishinii Karooraa naannichaa Aadde Haansaa Taklaay BBC'tti himan. Kun kan dhagahame ...