Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha. Amma garuu maalirra jira?
''Jireenyaa waliin osoo Addi Bilisummaa Oromoo hin dhufin dura walbeekna. Nuti yeroo sana qeerroo turre. Ijoollummaanis nutti jirti. Garuu waanuma Oromoo kana Finfinnee keessatti ajandaa gochuu waan ...