Peep Gaardiyoolaan morkiin waancaa Piriimer Liigii bara kanaa kileboota lama, Arsenaalii fi Maanchister Siitii gidduutti ...
Bulchiinsi Perizidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp ammallee biyyoota lammileen isaanii gara Ameerikatti imaluu akka hin dandeenye dhorku haaraa kaa'era. Uggura imala haaraan kun biyyoota kana dura ...