Hogganaan sirna baniinsa Olompikii Tookiyoo sagantichi eegaluuf guyyaan tokko yemmuu hafu kaleessa sababii qoosaa innii waggootaan dura waa'ee holokosti irratti qooseen hojiirra ari’atame. Viidiyoon ...
Hiriyummaa jaalalaa filachuun walxaxaadha. Qaama miidhamaa hiriyummaaf filachuun ittumaa akka qaaniitti ilaaluun namoonni hubannoo dogoggoraa qaban jiraachuu agarsiisa. Sheen Burkaw nama miidhama ...