Ibsa waa'ee suuraa, Manguddoota Booranaa yeroo sirna Gadaa. 18 Amajjii 2021 Hariiroo waliin jireenya namootaa keessatti namni tokko itti yaadees haa ta'u tasa lubbuu nama kan biraa balleessuu dandaha.
‘’Rifeensa koo guduruu godhee ergan guddisuu jalqabee amma waggaa 12 taheera. Dheerinnisaas mudhii koo irra gaheera, yoo na hidhanii narraa ciran malee ani ofirraa hin muru.’’ Beekii Uumaa barreessaa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results