Mootummaan rakkoo nageenyaa furuuf hidhattoota waliin dubbachuu xiyyeeffannaasaa taasifatee akka hojjetaa jiru irra deddeebiin ibsa. Keessattuu hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo ABO-WBO waliin ...
Ibsa waa'ee suuraa, Itti aanaan Tajaajila Poolisii Keeniyaa Jilbart Masengeli aanga'oota nageenyaa kaan waliin ta'uun wayita oppireeshinii eegalchiisan 4 Guraandhala 2025 Mootummaan Keeniyaa kutaalee ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo (ABO) ...