Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Dhibee maalummaansaa hin baramneen ganna saddet guutuu dararamaa ture. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Nama bool’a ...
''Waan siif hin taanerraa abdii muri. Wanti sun mijataa miti bakka nuti yaadne sana hin jiru,'' ergaa jedhu dabarsuufan 'Dhayi jalaa' jechuun wallee haaraa hojjedhe jedha Artist Keekiyyaa Badhaadhaa.