Artistoota fi qabsaa'ota gameeyyii Oromoo keessaa Haayiluu Kitaabaa isa tokko. Akkuma tasaa aartii keessatti of arge. Ammoo deeggaraa Arsenaal isa bara lakkoofsisedha. Amma garuu maalirra jira?
Pirezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa du’a Artist Zarihun Wadaajoo gadda itti dhaga’ame ibsuun, “Artist Zarihun nama uummata isaaf hojii bara baraan dhalootaaf darbu hojjete waan ...