Weellisaa Adam Mohaammad armaan dura sirboota aadaa Gujii sirbuun beekamtii horate. Akkaataa uffannaafi rifeensa tolfannaa isaatiin ammoo aadaa ofii calaqisiisuun beekama. Armaan dura sirbi ‘Lammii, ...
Abbabaa Abbashuu sirboota 50tti dhiyaatan sagalee kilooleen weellisuun aartii Oromoof gumaachera. Sirboota mata dureen isaanii''Dammeekoo, Shaggee burtukaanakoo, Haroo Haramayaa' jedhan fa'aatiin ...