Muuziqaan Oromoof 'meeshaa' gaddaa fi gammachuu jiruufi jireenya isaa itti ibsatu qofaa miti gara caalu quuqqaa hawaasichaa himaa as gahe. Weellistoonni sagalee guddistuu qabsoo ta'uun ummanni akka ...