Muraad Ahimad namoonni hedduun maqaa fuula Facebook isaa 'Oromo Graphya' kan jedhuun beekan. Suuraalee ganna hedduun dura kaafaman, seenaa Oromoo himan fuula Facebook irratti maxxansuun beekama.
Yunvarsiitii Finfinneetti barsiisummaan waggoota dheeraaf kan tajaajilanii fi seenaa Itoophiyaa irratti qorannoowwanii fi Kitaabota hedduu barreessuudhaan hayyuu maqaa gaarii horatani. Seenaa Hayyuu ...
Results that may be inaccessible to you are currently showing.
Hide inaccessible results