Muraad Ahimad namoonni hedduun maqaa fuula Facebook isaa 'Oromo Graphya' kan jedhuun beekan. Suuraalee ganna hedduun dura kaafaman, seenaa Oromoo himan fuula Facebook irratti maxxansuun beekama.
Moggaasi maqaa Oromoo biratti hariiroo uumaa fi uumamaarratti hundaa'a jedhu qorattoonni seenaa Oromoo. Hayyuun antirooppooloojii Dr. Gammachuu Magarsaa moggaasi maqaa Oromoo ganamaa karaa jaarmiyaa ...
Guyyaa kana argamuun dhiironni Oromoo hadhamanaa (haadha warraa) akkasumas obboleettota keessaniif kabajaa kennitan waan ta’eef qophii kana irratti miidhagdanii argamuuf GUYYAA Oromtittii (SIINQEE) ...
Results that may be inaccessible to you are currently showing.
Hide inaccessible results