Dhaabbanni ‘CARD’ qorannaa ‘Sagalee Gujii’ jedhuun sarbama mirga namoomaa suukkanneessaa humnoota mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)’tiin Gujiitti raawwatameeera jedhe tibbana ifoomse.
Faransaay mirga dubartootaa ulfa baasuu heera biyyaa keessa galchuun addunyaarraa biyya jalqabaa taate. Miseensonni paarlaamaa biyyattii heera mootummaa 1958'tti ragga'e irra deebi'amee akka ...