Gaazexeessaa buleessa kan ta’an Obbo Huseen Badhaasoo umurii ijoollummaan hadhaa jiruun ilmaa namaa qabu dhandhaman. Mudannoo waa’ee jireenyasaanii yoo himan, “nan gabroome, na tuman ijoollummaa ...
Kan Itoophiyaa gaggeessaa jiran, Ministirri Muummee Abiy Ahimed Saba Oromoo keessaa erga bahanii dargaggoonni Oromoo bosona jiraniifi ABO-WBOtti makaman maaliif har'as qabsoo hidhannoo gaggeessu? Ol ...
" Irreechi nagaa dha, Irreechi Araaraa, Irreechi miidhagina," kan jedhan obbo Olumaa Qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa ti. Qophii har'aa keessatti akka odeeffatnetti obbo Daanyee fi obbo Olumaan ...
Qophii aaf-gaaffii SBS Afaan Oromoo irraa dabru kana keessatti, barnootni University anaaf filatnoo hin turre, akkan hojjechuu qabu nan beekan ture jedhti Milkaan Alamuu Xilahun. Ani biyya irraa wagga ...