Gaazexessaa Oromia Broadcasting Network (OBN) kan ta'e Seefuu Gurmuu erga hidhamee ji'a tokkoo ol lakkoofsisuu maatiin BBCtti himaniiru. Haati warraa isaa Aadde Turungoo Raggaasaa akka jedhanitti, ...