Dhaabni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)n ''hidhattoonni Faannoo Wallaggatti Izii akka ijaaran kan aanjesse dhaaba Badhaadhinaatii,'' jechuun himate. Dhaabichi ibsa Jimaata Mudde 20, 2024 baaseen, ...
Dhaabonni Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) fi Koongireesiin Federaalawaa Oromoo(KFO) ibsa waloon baasan keessatti ''nageenya Oromiyaa ilaalchisee mootummaa waliin waliigalteerra gahuun akka danda'amu ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo (ABO) ...