Ajaja hayyu dureen Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaa dabarsan fudhachuun bosonaa bahanii galaa akka jiran miseensonni Waraana Bilisummaa Oromoo tokko tokko BBC'tti himan. Obbo Taaffese Olaanaa ...