''Waan siif hin taanerraa abdii muri. Wanti sun mijataa miti bakka nuti yaadne sana hin jiru,'' ergaa jedhu dabarsuufan 'Dhayi jalaa' jechuun wallee haaraa hojjedhe jedha Artist Keekiyyaa Badhaadhaa.
Ibsa waa'ee viidiyoo, Dowwadhaa: Elon Maask seera gibiraa Tiraampiin 'baayyee aaruu' isaa dubbatan af-gaaffii Dilbata ganama CBS waliin taasisaniin 7 Waxabajjii 2025 Walitti dhufeenyi Doonaald Tiraamp ...