MM Abiy Ahimed torbee darbe yeroo gara Wallaggaa, magaala Naqamtee deeman haasaa isaanii keessatti har'a uummata Oromoof ''afaan isaan gargaaramuu waan jedhu gaaffii isaa miti. Gaaffiin isaa inni ...
Raadiyoo Sagalee Ameerikaa Adoolessa 15 bara 1995tti Waashingitan DC irraa Afaan Oromootiin tamsa'u tokko jedhe eegale. Waggoota 29 darbaniif gama raadiyoo dambalii gabaabaa fi saatalayaatiidhaan ...