Bu'uurri Adda Bilisummaa Oromoo rippaablika Oromiyaa ykn Oromiyaa of dandeessee ijaaruuf bara 1973 keessa kaa'ame. Paartilee Itoophiyaa keessatti umrii dheeraa qaban keessaa tokko kan ta'e dhaabni ...
Addi Bilisummaa Oromoo yaadnii bu'uuraa isaa rippaablika Oromiyaa ykn Oromiyaa of dandeessee ijaaruuf bara 1973 keessa kaa'ame, waggaa 50ffaa isaa kabajataa jiraachuu ibse. Hundeessitoonni dhaaba ...